File:Qero.jpg

From MobileRead
Jump to: navigation, search
Qero.jpg(320 × 180 pixels, file size: 9 KB, MIME type: image/jpeg)

Akka tasaan Jaarsa Anniiyaa jaarsa garaa arrii tokko waliin carraan wal-nuu qunnaamsise tessoon isa ona Burqaa Dhiintu yoo tahu maqaan isa Rooba Uttaa jedhama .Jaarsa Haayyuu kana seenaa tokko tokko irra odeeffacha gaafii bayyeen wa'ee seenaa irra gaafacha ture.Gaafiile koo keessa innii tokko kana ture-Umrii qeerruumma keessan akkamiin dabarsitan ? Qeerroon Jechuun hoo maalii akka jechaa keessanitti ? Jadheen gaafadhe ,Jechii haayyuutis akkana "Qeerroo jechuun dargageessa hin fuudhiniifi kan fuudhes tahu Qeerroo jedhaama hamma Uumriin isa jilba gurraa keessa hin bahiinitti".Uumriin jilba gurraa maalii ? gaafii kooti .."Jilba gurraan nama umriin isa walaakkeessa Gada 2ffaa fi walaakkeessa Gada 4ffaa (20-35) jidduu kan tahee yoo tahu moggaasa qeerroo jedhu argaachudhaaf madaalliin umrii qofa miti. Qeerroo jechuun Gada kana jidduu kan jiraatan tahe safuu waaqaaf lafa kan eegu ,ulfiina Uumaa fi Uumaamaf kan qabu ,Aadaa,hooda fi hoormada Gada keessa jiru kan kabajuu kabachiisisuuf dhaamsa jaarsa qabbaana irraa kan

File history

Click on a date/time to view the file as it appeared at that time.

Date/TimeThumbnailDimensionsUserComment
current06:30, 27 October 2020Thumbnail for version as of 06:30, 27 October 2020320 × 180 (9 KB)Juharisfeeds (Talk | contribs)Akka tasaan Jaarsa Anniiyaa jaarsa garaa arrii tokko waliin carraan wal-nuu qunnaamsise tessoon isa ona Burqaa Dhiintu yoo tahu maqaan isa Rooba Uttaa jedhama .Jaarsa Haayyuu kana seenaa tokko tokko irra odeeffacha gaafii bayyeen wa'ee seenaa irra gaaf...

There are no pages that link to this file.

Metadata

Personal tools
Namespaces

Variants
Actions
Navigation
MobileRead Networks
Toolbox